Oromia Region Constitution and laws

Download constitution here

241/2014-Labsii Gurmaa’ina, Hojimaata, Naamusa Miseensotaa fi Sirna Walgahii Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa/A Proclamation Amended to Redefine the Organization, Duty, Conduct of the Members and Meeting Procedures of the ‘Caffee’ of the Regional State of Oromia,

231/2013-Labsii Misooma, Bulchiinsaa fi Dabarsa Manneenii Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Bahe/Proclamation to Determine Oromia Region Housing Development, Administration and Transfer, 

233/2013-Labsii Fandii Misooma Qabeenya Bishaanii Naannoo Oromiyaa Hundeessuuf Bahe/Proclamation to Establish Oromia Region Water Resources Development Fund,

234/2013-Labsii Sirna To’annoo Gabaa fi Qulqullina Oomishaalee Qonnaa Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Bahe,/Proclamation to Determine Oromia Region Market and Agricultural Products Quality Control System,

  235/2013-Labsii Sirna Xillannoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa Diriirsuuf Bahe/Proclamation to Establish the Statistical System of Oromia Regional State

236/2013-Labsii Mana Hojii Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Lakkoofsa 214/2011 Fooyyeessuuf Bahe/Proclamation No. 236/2021 A Proclamation to Amend the Establishment of the Attorney General Office of Oromia Regional State.

237/2013-Labsii Bulchiinsa Hojiiwwan Misooma Albuudaa Naannoo Oromiyaa Lakkoofsa 223/2012 Fooyyessuuf Bahe/Proclamation No. 237/2021, A Proclamation to Amend Oromia Region Mineral Development Operations Administration

238/2013-Labsii dabalata Baajata  hojiiwwan Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif labsame/Supplementary budget proclamation for Oromia Regional State.

240/2013-Labsii Manneen Murtii Aadaa Naannoo Oromiyaa Hundeessuu fi Beekamtii Kennuuf Bahe/A Proclamation to Provide for the Establishment and Recognition of Oromia Region Customary Courts

223/2012-Labsii Bulchiinsa Hojiiwwan Misooma Albuudaa Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Bahe Lakkoofsa 91/1997 Irra Deebiidhaan Fooyyessuuf Bahe/ A Proclamation to Amend Oromia Region Mineral Development Operation Administration

224/2012-Labsii Fandii Daandiiwwan Naannoo Oromiyaa Hundeessuuf Bahe/Proclamation to Establish Oromia Region Roads Fund, Proclamation

225/2012-Labsii Itti waamama Tumsa Indoowumantii Misooma Oromiyaatiif Murteessuuf Bahe/Proclamation to Determine the Accountability of Tumsa Endowment For The Development Of Oromia,

227/2012-Labsii Mirgaa fi Faayidaalee Muudamtootaa Mootummaa, Filatamtoota Ummataa fi Abbootii Seeraa Ittigaafatamummaa Irraa Ka’an Murteessuuf Bahe/A Proclamation to Amend the Proclamation to Determine the Right and Benefits of Outgoing Government Appointees, Peoples’ Electee and Judges of Oromia Regional State

230/2012-Labsii Baajataa bara 2013 Hojiiwwan Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif Labsame/Budget Proclamation of 2013 E F Y for Oromia Regional State Services

216/2011-Labsii Gurmaa’ina, Aangoo fi Hojii Manneen Murtii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiin Murteessuuf Bahe/A Proclamation to Redefine the Structure, Powers and Functions of the Oromia Regional State

217/2011-Labsii Gumii Bulchiinsa Abbootii Seeraa Oromiyaa Irra Deebiidhaan Hundeessuuf Bahe/A Proclamation for the Re-establishment of Oromia Judicial Administration Commission

218/2011-Labsii Waldaalee Hojii Gamtaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Hundeessuuf Bahe/Proclamation to Estabilish Oromia Regional State Cooperative Societies

219/2011-Labsii Kenna Tajaajila Lammummaa Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Bahe/Proclamation to Determine Oromia Regional Government Citizenship Service

208/2010-Labsii Dhaabbata Raadiyoo fi Tele- vizyinii Oromiyaa Maqaa Oromiyaa Biroodkaastiingi Neetworkii Moo- tummaa Naannoo Oromiyaa Jedhuun Irradeebiin Hundeessuuf Bahe/roclamation to Reestablish Oromia Radio and Television organization to Oromia Broadcasting Network of Oromia Regional State

209/2010-Labsii Bulchiinsa Faayinaansii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk. 156/2002 Fooyyeessuuf Bahe/ A Proclamation provided to Amend the Financial Administration of Oromia National State

210/2010-Labsii Dabalata Baajata Hojiwaan Mootommaa Naannoo Oromiyaatiif Labsame/Supplementary Budget Proclamation for Oromia Regional State Survices Proclamation

211/2010-Labsii Baajataa bara 2011 Hojiiwwan Mootummaa Naannoo Oromiyaatiif Labsame/Budget Proclamation of 2011 E F Y for Oromia National Regional State

212/2010-Labsii Yeroo Filannoo Maanneen Maree Aanaalee,Magaalotaafi Gandoota Naannoo Oromiyaa dabarsuuf Bahe/ Aproclamation to decide postponement of The election period of Woredas, Cities and Kebeles councils of Oromia Nationa Regional State